Kitaabban
Hiika Iimaanaa fi Arkaana Isaa (Meaning of Iimaan and its pillars)
Hiika Islaamaa fi Laa ilaah ill-Allah
Hiika Wali-Galaa Amanti Islaamaa (General Introduction to Islam)
Duuti maalii? Jireenya tanaan ala jireenyi biraa jiraachutti akkamitti amannaa? Dhuguma, duuti dhuma namaa ta’uu dandeessi? Haalli sirriin Rabbii olta’aatti amanan maaliidhaa? Gaafilee kanaa fi kan kana fakkaataniif deebii kitaaba kana keessatti ni argattu.
Tawhiida (Tawhid)
Miidhaa, Fokkinnaa fi Soba Shirkii (Harm, ugliness and falseness of shirk)
Sababoota fi furmaata waliin seena warra foyya’insa booda duubatti deebi’anii
Qajeelfamoota Bu’uuraa Maqaalee fi Sifaata Rabbii (subhaanahu wa ta’aalaa)
Ibsa Maqaalee fi Sifaata Rabbii (Subhaanahu wa ta’aalaa)
“Iimaanni sirrii fi tawhiinni qulqulluun waa’ee Rabbii, maqaalee fi amaloota Isaa ilaalchisee beekumsa sirrii qabaachu irratti hundaa’a. Qalbiif jireenyi, qananiin, gammachuun, nageenyi fi tasgabbiin hin jiru yoo Gooftaa, Gabbaramaa fi Uumaa ishii beektee fi wanta Isaan ala jiran caalaa jaallatama ishii yoo ta’e malee. Namni osoo Rabbitti hin amaniin, beekumsaa fi qajeelcha argachuu hin danda’u. Yoo gara Rabbii isaa hin qajeelin immoo kan dararamuu fi azzabamu (adabamu) ta’a.” Ibsi maqaalee Rabbii (Subhaanahu wa ta’aalaa) hanga danda’ameen kitaaba kana keessatti walitti qabame jira.
Tarkaanfilee Jireenya Gammachuutti Nama Geessan
Amaloota Gabroota Ar-Rahmaan
Isin keessa Mallattoo jira, sila itti hin xinxallitanii?
Tafsiira Suuratu Qaaf
Tafsiira Suuratu Al-Qiyaamah, Al-Insaan, Al-Mursalaat, An-Naba’i fi An-Naazi’aat
Tafsiira Suuratu Al-Hadiid
Tafsiira Suuratu Az-Zumar
Kaayyoo Jireenyi Tuni fi Ilmi Namaa Ittı Uumamaniif
Barzakha fi Guyyaa Qiyaamaa
Mallattoolee Qiyaamaa
Akkaataa Qur’aanni itti buufamee fi Walitti Qabame
Siiraa (Seenaa) Nabii Muhammad (Sallallahu aleyh wassalam)
Iisaan (Iyyasuus)-(Nageenyi isarratti haa jiraatu ) Eenyuu?
Iisaan (nageenyi isarratti haa jiraatu) nabiyyii kabajama Islaamaa keessatti bakka guddaa qabuudha. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Dandeetti Isaa ifa baasuuf namoota haala afuriin uume. 1ffaa- Nabiii Aadamiin abbaa fi haadha malee biyyee irraa uume. 2ffaa-Hawwaa dubartii malee dhiira qofarraa uume.3ffaa- Ilmaan Aadam immoo haadhaa fi abbaa irraa uume. 4ffaa- dhiira malee Iisaa dubartii qofa irraa uume. Kanaafu, Nabii Iisaan dubarti qofa irraa uumamuun gooftaa ykn ilma gooftaa isa hin taasisu. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ni jedha:
“Dhugumatti, Rabbiin biratti fakkeenyi Iisaa akka fakkeenya Aadami. Biyyee irraa isa uume. Ergasi ta’i isaan jedhe. Innis yoma san ta’e. Dhugaan (Haqni) Gooftaa kee irraayyi; kanaafu shakkitoota irraa hin ta’in.” (Suuratu Aali-Imraan 3:59-60)
Akkuma Rabbiin Aadamiin haadha abbaa malee uumee, Iisaas abbaa malee uumuu irratti danda’aadha. Kan nama abbaa fi haadha malee uumee akkamitti abbaa malee nama uumuu dadhabaa? Akkuma Aadamin biyyee irraa ta’i jechuun uumee, Nabii Iisaas ta’i jechuun uumee. Kanaafu, Iisaan makhluuqa (uumamaa)dha malee Uumaa miti. Kitaabni armaan gadii waa’ee Iisaa (aleyh salaam) hamma ta’ee ni dubbata:
Tawbah-Karaa dhiphinnaa fi gadda keessaa gara bal’innaa fi gammachuu itti bahan
Zinaa (sagaagalummaa) Irraa Akkamitti Of Eeganii?
Gaa’ila (Fuudhaa Heeruma) Islaamaa
Nikaah Buusu
In sha Allah kitaabban dabalataa asitti ni maxxanfamu…
Rabbiin jazaa keessan jannataan haa deebisu
Thanks
Fayyada, Milkii irra ol’antii dabaalladhu
Ani waninnii jayuu hin bekkuu ani gammaa kiyyan hedduu takkan sii jaaladha rabbiin jirruf jirrenyaa kee sif haa tolochuu jzh kee jaanata hatahuu heeduu takka galatoomii nafii jirradhuu.itti fufii
MashaAllah galatooma
Rabbi isin irraa haa jaalatu maashaa Allaah
MashaaAllah MashaAllah jkl
Jazaakumullaa jabaadhaa ammallre
Maashaa Allaah Rabbiin isiin irraa haa jaalatuu jzk
Maashaa allaa jzk.kheeyran
Jazaakumullaahu keeral jazaa
Galatoomaa
jabaadha
Rabbiin jazaa keessan jannataan haa deebisu , isinirraa jaalatee isin haa jaalatu.
Aamiin, Aamiin
Aswrwb aaah maashaa allaah tabaarakallaah itti nuuf fufaa daranuu afaan keenyaan dheebuu ilmii nu baasaa jzk
Masaa Allaah Rabbiin sin irraa haa jaallatu!!
Masha Allah
masha allah
Jazakalahu keyran.galatoma.jazan.kessan.janata
masha allah
jzk kheeyran
Maashaa allaah rabbiin umrii dheertuu isiniif haa kennu
Maasha Allah yaa rabbi obboleewwan koo kana milkeessi.toltu duniya aakhira badhaasi hamtuu duniya aakhira irra qabi
Maashaa allaah ummata keenyaaf bu’aa guddaa buusaa jirtuu
Maşallah heddu nama tola jazakumullāh
As wr wb yabboo jzkn galaatomaa Rabbiin jazaa keessan jannataan haa deebisu , isinirraa jaalatee isin haa jaalatu.
Maashaa allaah baay’ee galatoomaa
Rabbiin dalagaa teessan is in irraa has jaalatu.
Mashaa Allha bayee namaa barasiisa RABIN GUDHANA isinira hajalaatu
Galatoomaa
Maashaa Allah Baay’ee na fayyada jira kitaaboonnii kunniin Rabbiin jazaa keessan jannatul firdoosi isiniif has godhu.
Baay’ee galatoomaa
Aamiin
Maashaa Allaah,beekkumsa fi qabeenya kee keessa rabbi barakaa nuuf haa kaayu jaza kll
Maash Allah
Maashaa allaah waan gaaridha rabbiin isin haa milkeessu
Maashaa Allaah
Jazaakallahu kheyran
Barnoota bareeda nuuf qoodutti jirta jazaan kee jannata
Nuyis warra ittiin jijjiiramu nu haa taasisu.
Mashaallah jazakummulahu Kenyan
Ma sh all jazakallahu keyran guyyan qama’e mirqane itti of argadhe guyya kana jachu ni dandaha alh jazan kessan jannata ha tahu alh
Maashaa Allaah waan baayyee nu barsiiftanii rabbiin isin haagammachiisu.Jazaakumullaahu keeyran Rabbiin qubsuma jiruu ganda lamaanii siifhaa tolchu
Maashalla rabbin jazaa kessan jannata haa godhuu
jabaadhaa Rabbiin isin haa gargaaruutii Kitaaba isin maxxansitan kan pdfiin jiru hedduusaa buufadheen jiraatii ammarraa qayyabadhee haalaan amantaakoo baruuf akka Rabbiin na gargaaruuf du’aahii naaf godhaa adaraa!
Mashallah Allah qalamni keeysan hin goggogin barakadhaa.