Kitaabban

Hiika Iimaanaa fi Arkaana Isaa (Meaning of Iimaan and its pillars)

        

Hiika Islaamaa fi Laa ilaah ill-Allah

        

Hiika Wali-Galaa Amanti Islaamaa (General Introduction to Islam)

Duuti maalii? Jireenya tanaan ala jireenyi biraa jiraachutti akkamitti amannaa? Dhuguma, duuti dhuma namaa ta’uu dandeessi? Haalli sirriin Rabbii olta’aatti amanan maaliidhaa? Gaafilee kanaa fi kan kana fakkaataniif deebii kitaaba kana keessatti ni argattu.

        

Tawhiida (Tawhid)

        

Miidhaa, Fokkinnaa fi Soba Shirkii (Harm, ugliness and falseness of shirk)

        

Sababoota fi furmaata waliin seena warra foyya’insa booda duubatti deebi’anii

        

Qajeelfamoota Bu’uuraa Maqaalee fi Sifaata Rabbii (subhaanahu wa ta’aalaa)

        

Ibsa Maqaalee fi Sifaata Rabbii (Subhaanahu wa ta’aalaa)

“Iimaanni sirrii fi tawhiinni qulqulluun waa’ee Rabbii, maqaalee fi amaloota Isaa ilaalchisee beekumsa sirrii qabaachu irratti hundaa’a. Qalbiif jireenyi, qananiin, gammachuun, nageenyi fi tasgabbiin hin jiru yoo Gooftaa, Gabbaramaa fi Uumaa ishii beektee fi wanta Isaan ala jiran caalaa jaallatama ishii yoo ta’e malee. Namni osoo Rabbitti hin amaniin, beekumsaa fi qajeelcha argachuu hin danda’u. Yoo gara Rabbii isaa hin qajeelin immoo kan dararamuu fi azzabamu (adabamu) ta’a.” Ibsi maqaalee Rabbii (Subhaanahu wa ta’aalaa) hanga danda’ameen kitaaba kana keessatti walitti qabame jira.

        

Tarkaanfilee Jireenya Gammachuutti Nama Geessan

        

Amaloota Gabroota Ar-Rahmaan

        

Isin keessa Mallattoo jira, sila itti hin xinxallitanii?

        

Tafsiira Suuratu Qaaf

        

Tafsiira Suuratu Al-Qiyaamah, Al-Insaan, Al-Mursalaat, An-Naba’i fi An-Naazi’aat

        

Tafsiira Suuratu Al-Hadiid

        

Tafsiira Suuratu Az-Zumar

        

Kaayyoo Jireenyi Tuni fi Ilmi Namaa Ittı Uumamaniif

          

Barzakha fi Guyyaa Qiyaamaa

        

Mallattoolee Qiyaamaa

        

Akkaataa Qur’aanni itti buufamee fi Walitti Qabame

        

Siiraa (Seenaa) Nabii Muhammad (Sallallahu aleyh wassalam)

        

Iisaan (Iyyasuus)-(Nageenyi isarratti haa jiraatu ) Eenyuu?

Iisaan (nageenyi isarratti haa jiraatu) nabiyyii kabajama Islaamaa keessatti bakka guddaa qabuudha. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Dandeetti Isaa ifa baasuuf namoota haala afuriin uume. 1ffaa- Nabiii Aadamiin abbaa fi haadha malee biyyee irraa uume. 2ffaa-Hawwaa dubartii malee dhiira qofarraa uume.3ffaa- Ilmaan Aadam immoo haadhaa fi abbaa irraa uume. 4ffaa- dhiira malee Iisaa dubartii qofa irraa uume. Kanaafu, Nabii Iisaan dubarti qofa irraa uumamuun gooftaa ykn ilma gooftaa isa hin taasisu. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ni jedha:

Dhugumatti, Rabbiin biratti fakkeenyi Iisaa akka fakkeenya Aadami. Biyyee irraa isa uume. Ergasi ta’i isaan jedhe. Innis yoma san ta’e. Dhugaan (Haqni) Gooftaa kee irraayyi; kanaafu shakkitoota irraa hin ta’in.” (Suuratu Aali-Imraan 3:59-60) 

Akkuma Rabbiin Aadamiin haadha abbaa malee uumee, Iisaas abbaa malee uumuu irratti danda’aadha. Kan nama abbaa fi haadha malee uumee akkamitti abbaa malee nama uumuu dadhabaa? Akkuma Aadamin biyyee irraa ta’i jechuun uumee, Nabii Iisaas ta’i jechuun uumee. Kanaafu, Iisaan makhluuqa (uumamaa)dha malee Uumaa miti. Kitaabni armaan gadii waa’ee Iisaa (aleyh salaam) hamma ta’ee ni dubbata:

        

Tawbah-Karaa dhiphinnaa fi gadda keessaa gara bal’innaa fi gammachuu itti bahan

        

Zinaa (sagaagalummaa) Irraa Akkamitti Of Eeganii?

        

Gaa’ila (Fuudhaa Heeruma) Islaamaa

        

Nikaah Buusu

        

In sha Allah kitaabban dabalataa asitti ni maxxanfamu…

39 comments

Leave a Reply