Yaada Keessan

Yaanni nama tokko nama biraatif utubduudha, jajjabinna. Yaada qabdanii fi yommuu barreefamoota kanniin dubbistan wanta isinitti dhagahame, sanduuqa yaada armaan gadi keessatti katabuu irraa duubatti hin harkifatinaa. Dogongoras yoo argitan gabaasu hin dagatinaa. Ilmi namaa kamu ni dogongora. Kanaafu dogongora koo naaf sirreessaa. Gaafi yoo qabaattan, e-maili keessan sirrii itti galchuu hin dagatinaa. Deebiin e-mailin akka isin dhaqqabuuf. Ta’uu baannan emaili keessan sirrii yoo itti hin galchin , deebiin isin hin dhaqqabu. Yookiin https://www.facebook.com/jireenyabadhaatu/  irraanis nu qunnamu dandeessu.

Print Friendly, PDF & Email