Haqiiqaa (Dhugaa) Jireenya Addunyaa-Kutaa 2
Kutaa darbe keessatti maalumma jireenya addunyaa tanaa fakkeenyaan ilaaluf carraaqne jirra. Jireenya tana keessatti namoonni wantoota shanin gowwoomfamuun qananii guddaa gara fuunduraatti dhufuuf hojjachuu irraa garagalu. Wantoonni shanan kunniin: tapha, bashannana, faaya, wal jidduutti dhaadachu (na beekaa, na argaa, na jajaa), qabeenyaa fi ijoollee baay’ifachuudha. Ibsa taphaa fi bashannana ilaalle. Har’a immoo faaya ni ilaalla.
Itti Haa Fufnu