Tafsiira Suuratu Az-Zumar-Kutaa 16
Kutaa kana keessatti, namoota badii fi miidhaa hojjachuu itti fufan erga akeekachiisee booda namoota tawbachuu fi of fooyyessuu barbaadan abdii ifaa kennaaf.
Itti Haa fufnu%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 15 0 R /GS2 16 0 R /GS3 17 0 R /GS4 18 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 1 . 0 . 2 + C P D F) /CreationDate (D:20240705052250+00'00') /ModDate (D:20240705052250+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R 13 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 988 >> stream xVr6}Wc2c!f:vXN'Ҥ$H"XĨg )ݳgy<>f ~оDR0ǰ'8YaqAX)5//Y |\NxI/Gq>slT~a1?!Vkܣ 6Fg vRPQpEncpWr#o[U6 %%(a}^ IɮqcЂ>2-Q }ee "aꜹEeiK9gy](_>pֈ+ȩrTLZ UcF)1҄7L+(a!wh3'LD&,]#/JXM史(q Q;\F>Fr8nz { }j{!#ZH8 [!<'R5ݰIޝ'ܑ:xRg. :p! %%!β܇'Y4ԖrClU*鴒m#kMn@,veAV҄U`4HW}D`5R|.pcS5?Rk̔HsDD\RmK̤T 289+ȥ9;_yj}- l0 ČeOh7XʣޗM0Nw {Yd$`&UNKb$QXx>2t6ͦ\."bf0/$<9AbMDk#ut1K|A1hُc(zGGاH,b.I8t}Ꮍ|?FƂ(,ǓqtK鸅<aFiywKg1gBF0|&IumWaWW%]dҭ]F{Hq`]%-q)S'8 P;={6~A- endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 488.3083 198.1500 501.1783 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (http://sammubani.com/wp-content/uploads/2019/06/Barzakha-fi-Guyyaa-Qiyaamaa.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 14 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 198.1500 488.3083 252.3080 501.1783 ] >> endobj 14 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (http://sammubani.com/wp-content/uploads/2019/06/Barzakha-fi-Guyyaa-Qiyaamaa.pdf) >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 17 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 18 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj xref 0 19 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000668 00000 n 0000001728 00000 n 0000001837 00000 n 0000001945 00000 n 0000002053 00000 n 0000002180 00000 n 0000002311 00000 n 0000002439 00000 n 0000002570 00000 n 0000002629 00000 n 0000002688 00000 n 0000002745 00000 n trailer << /Size 19 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<9d2a78c189b32537a6d5d05e8acbadcd><9d2a78c189b32537a6d5d05e8acbadcd>] >> startxref 2802 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Kutaa kana keessatti, namoota badii fi miidhaa hojjachuu itti fufan erga akeekachiisee booda namoota tawbachuu fi of fooyyessuu barbaadan abdii ifaa kennaaf.
Itti Haa fufnuGuyyaa Qiyaamaa namni osoo wanta dachii keessa jiruu hundaa fi dachaa isaa qabaate, adabbii jalaa ittiin of baasu danda’aa?
Itti haa fufnuuKutaa kana keessatti mallattoolee du’aan booda kaafamu nuuf mirkaneessan keessaa tokko ni arganna.
Itti Haa FufnuKutaa kana keessatti haqaan gabbaramaan Rabbii tokkicha akka ta’ee fi ibaadaan Isaaf malee wanta biraatiif akka hin taane ragaaleen ni mirkaneessa. Itti aanse, Qur’aanni namoota qajeelchuuf akka bu’ee fi waa’ee nama ittiin qajeelee fi nama irraa jallate ni hima. Namni Qur’aanan qajeele eenyuun fayyadaa? Namni Qur’aana irraa jallatee fi didee eenyun miidhaa? Deebii kanaa gara jalaatti ni arganna.
Itti Haa fufnuWanta addunyaa tana keessatti uumamu hunduu sababa qabaachu waliin murtii Rabbii olta’aatiin adeemsifama. Yeroo amma kanatti dhibeen koronaa jedhamu addunyaa keessatti saffisaan babal’ataa jira. Ummanni addunyaa du’a, dhibee fi sodaa keessatti liqimfamaa jiru. Falli kanaa maali laata? Jalqaba furmaata wanta tokko barbaadun dura sababa isaa beekun karaa laaffisa. “Sababni dhibeen kuni itti jalqabame maalidhaa?” gaafi jedhuuf qorannoon adeemsifamaa jira. Sababa qorattoonni dhiyeessan keessaa tokko sinbira halkanii irraa karaa jiddu-galeessatin gara namaatti darbe. Kana akka sababa tokkootti dhiyeessu dandeenya. Sababni lammataa: badii ykn ma’asiyaa ilmi namaa hojjatuudha.
Itti Haa fufnuJireenya tana keessatti nama badii hojjatu fi namni gaarii hojjatu umriin isaa hanga fedhe haa dheeratu, guyyaa tokko ni du’a. Garuu duuti dhuma nama tokkoo ta’uu dandeessi? Kana jechuun achumaan du’anii ni hafu? Abadan, Achumaan du’anii hafuun hin jiru. Kana irra, kaafamuun wal mormuu fi murtiiti dhufa. Namoonni har’a addunyaa tana keessatti akkuma fedhan namoota miidhan, haqa dhoksan, soba irratti gogan, Guyyaa Qiyaamaa haalli isaanii kuni ifatti mul’ata. Ammas, namoonni Rabbii olta’aa irratti kijiba uumuun amanti sobaatin nama gowwoomsan, gatii wanti hojjatanii ni argatu. Faallaa kanaa, namoonni addunyaa tana keessatti dhugaa dubbatanii fi hordofan badhaasa guddaa argatu. Dhugaan hundarra guddaan maal akka ta’e beektuu?
Itti haa fufnuNamni jireenya keessatti “adabbiin na hin tuqu, eenyullee na hin adabu” jechuun Gooftaa isaa faallessuu fi haqa Isarraa dhufee kijibsiisuu danda’a. Garuu namni kuni hanga yoomi badii isaa itti fufaa? Ummattoonni darban of tuuluun guuttamuun Gooftaa isaaniitiif ajajamu ni didan. Garuu gara isaan hin beekne irraa adabbiin isaanitti dhufe. Kuni jazaa hojii isaaniiti. Seerri Rabbii subhaanahu wa ta’aalaa dhaabbata hin jijjiramne waan ta’eef, namoota Isa faallessan yeroo muraasa erga kenneefi booda yoo tawbachuu didan, gara isaan hin beekne irraa isaan qaba. Kuni wanta guyyaa guyyaan argaa jirruudha. Kanaafu, namni badii hojjatu yeroo isaaf kennamen of gowwoomsu hin qabu. Badii hojjatuuf waan dhiifamu isatti fakkaachuun badii itti fufuu irraa of haa eegu. Yoo hin tawbatin takkaa addunya tana keessatti qabama, takkaa immoo Aakhiratti qabama. Suuratu az-zumar (24-26) dhugaa kana nuuf ibsiti.
Itti Haa FufnuDubbiin hundarra bareedaa, gaarii fi mi’aawaa kamiidha jettanii yaaddu? Yommuu dhageefatan namatti tolu, qalbiin itti tasgabbooftu, nama dhama’e fi dukkanatti tare ifa abdii ibsuuf, nama gaflaatti tare dammaqsuun gara sadarkaa oliitti olkaasu dubbii kamii laataa? Ahsanal hadiisi (dubbiin hundarra gaarii) ta’e kamiidha laata? Mee haa qorannu.
Itti Haa FufnuKitaaba kana keessatti: Hiika Islaamaa fi Laa ilaah illallah, ulaagaalee Laa ilaah illallah, akkaataa tawhiida hojii irra oolchanii fi hiika shirkii ni argattu. Buusuf: https://sammubani.files.wordpress.com/2020/02/hiika-islaamaa-fi-laa-ilaah-illallah.pdf
Qomni nama garii Islaamaaf yommuu bal’attu, kan namoota garii immoo ni dhiphatti. Namoonni qomni isaanii Islaamaaf bal’atte gammachuun ajajoota Islaama fudhatu, odeefannoo Rabbiin irraa dhufetti ni amanu. Namoonni qomni isaanii dhiphattu immoo ajajoota kanniin fudhachuun akka gaaraatti itti ulfaata. Mee garee lamaan kanniin suuratu Az-Zumar irraa ayah 22ffaa keessatti haa ilaallu:
Itti haa fufnu