Ibsa Suuratu Al-Qiyaamah-Kutaa 6
Yeroo darbe haala nama du’ee ilaalle turre. Har’as itti fufuun du’aan dura hojii fi amala nama kaafiraa qorannoo fi jazaatti isa geessu ni ilaalla.
Itti Fufi%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 15 0 R /GS2 16 0 R /GS3 17 0 R /GS4 18 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 1 . 0 . 2 + C P D F) /CreationDate (D:20240704232740+00'00') /ModDate (D:20240704232740+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R 13 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 988 >> stream xVr6}Wc2c!f:vXN'Ҥ$H"XĨg )ݳgy<>f ~оDR0ǰ'8YaqAX)5//Y |\NxI/Gq>slT~a1?!Vkܣ 6Fg vRPQpEncpWr#o[U6 %%(a}^ IɮqcЂ>2-Q }ee "aꜹEeiK9gy](_>pֈ+ȩrTLZ UcF)1҄7L+(a!wh3'LD&,]#/JXM史(q Q;\F>Fr8nz { }j{!#ZH8 [!<'R5ݰIޝ'ܑ:xRg. :p! %%!β܇'Y4ԖrClU*鴒m#kMn@,veAV҄U`4HW}D`5R|.pcS5?Rk̔HsDD\RmK̤T 289+ȥ9;_yj}- l0 ČeOh7XʣޗM0Nw {Yd$`&UNKb$QXx>2t6ͦ\."bf0/$<9AbMDk#ut1K|A1hُc(zGGاH,b.I8t}Ꮍ|?FƂ(,ǓqtK鸅<aFiywKg1gBF0|&IumWaWW%]dҭ]F{Hq`]%-q)S'8 P;={6~A- endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 488.3083 198.1500 501.1783 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (http://sammubani.com/wp-content/uploads/2019/06/Barzakha-fi-Guyyaa-Qiyaamaa.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 14 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 198.1500 488.3083 252.3080 501.1783 ] >> endobj 14 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (http://sammubani.com/wp-content/uploads/2019/06/Barzakha-fi-Guyyaa-Qiyaamaa.pdf) >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 17 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 18 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj xref 0 19 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000668 00000 n 0000001728 00000 n 0000001837 00000 n 0000001945 00000 n 0000002053 00000 n 0000002180 00000 n 0000002311 00000 n 0000002439 00000 n 0000002570 00000 n 0000002629 00000 n 0000002688 00000 n 0000002745 00000 n trailer << /Size 19 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<7f6201ec9683c5c211e74ebdef9e3c04><7f6201ec9683c5c211e74ebdef9e3c04>] >> startxref 2802 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Yeroo darbe haala nama du’ee ilaalle turre. Har’as itti fufuun du’aan dura hojii fi amala nama kaafiraa qorannoo fi jazaatti isa geessu ni ilaalla.
Itti FufiTarii yommuu namni du’ee reeffa isaa awwaalle deebinu, gaafin kuni sammuu keenya keessa yaa’un hin oolu, “Namni du’e kuni garamitti oofamaa? Du’ee achumaan biyyee ta’ee ni hafaa?” Eeti, kuni gaafi baay’ee barbaachisa namni deebii quubsa itti barbaadachuu qabuudha. Gaafi kanaaf deebii quubsaa suuratu Al-Qiyaamaa gara dhumaatti ni arganna. Mee har’a suuratu al-Qiyaamah irraa ibsa keeyyattoota muraasaa haa ilaallu:
Itti Fufi…Qiyaamaan haqa erga taatee maaltu jireenya boodaatiif (Aakhiraatiif) hojjachuu fi of qopheessu irraa nama dhoowwa ree? Qananii Aakhiratiif cimanii hojjachuu irraa maaltu gufuu namatti ta’aa? Gufuuwwan kanniin mee haa ilaallu:
Itti fufi…Suuratu Al-Qiyaamah jalqaba irratti waa’ee Qiyaamaa fi wantoota Guyyaa san adeemsifamu ni hima. Kuni haqa gara fuunduraatti namni hunduu arguu heduudha. Sababni isaas, odeefannoon kuni Rabbii waan hundaa beeku fi wanta fedhe hojjatu irraa kan dhufeedha. Qur’aanni odeefannoo Guyyaa Qiyaamaa of keessatti qabachuun Ergamaa Rabbii (SAW) irratti buufame. Yommuu Qur’aanni buufamu Ergamaan Rabbii (SAW) naamusa akkami hordofuu akka qabu Rabbiin subhaanahu akkana jechuun barsiisa:
Itti Fufi…Kutaa darbe irraa ibsa suuratu Al-Qiyaamaa itti haa fufnuu.
Namni wanta hojjatee dabarsee fi wanta dirqamaa osoo hin hojjatin dhiise hundi isatti himama
Suuratu Al-Qiyaamaan addunyaa fi ilmi namaa kuni eessa deemaa akka jiran ni himti. “Yaa namana eessa deemaa jirtaa? Duutee achumaan biyyee taate ni haftaa?” jechuun gaafatti. Suuratu Al-Qiyaamaan boqonnaa ajaa’ibaa nama ishii qorateef gahuumsa isaa itti himtuudha. Ajaa’iba kana hanga kutaa dhumaatti osoo hin jarjarin obsaan mee walumaan haa ilaallu. Nama gahuumsa dhumaa ofii beeku barbaaduf kunoo Suuratu Al-Qiyaamah:
Dubbisa Itti fufiiKutaa dhumaa suuratu An-Naazi’at keessatti waa’ee Guyyaa Qiyaamaa fi wantoota sodaachisoo guyyaa san adeemsifaman ni ilaalla. Qiyaamaa jecha ajaa’ibaa takkaan ibsuun dhugaa ishii ifa baasa. Jechi tunis, “Mursaahaa” Addunyaan garamitti deemaa akka jirtu jecha takkatti tanaan sammuu namaa keessatti fakkii kaasun ibsa. Dhugumatti Qur’aanni kitaaba ajaa’ibaa Rabbii olta’aa irraa malee eenyurraallee ta’uu kan hin dandeenyedha.
Itti FufiSuuratu An-Naazi’aat irraa kutaan kuni waa’ee Nabii Muusaa (aleyh salaam) fi hogganaa abbaa irree kan ta’e Fira’awnaa of keessatti qabata. Moottotaa fi namoota daangaa darban akkamitti itti dubbachuu akka qaban nama barsiisti. Itti aansitee, Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa waan hundaa irratti danda’aa ta’uu uumamtoota agarsiisan keessaa muraasa ni dubbatti. Kaayyoon kana keessa jiru, namni uumamtoota gurguddoo kanniinitti xinxallee du’aan booda kaafamuutti akka amanuufi. Du’aan booda kaafamutti yoo amane, milkaa’innaa fi gammachuu bitata. Yoo didee immoo kasaaraa guddaatu isa qunnama. Amma darsi keenya haa jalqabnu:
Itti fufi…Qiyaamaan haqa wali galaa hin jijjiramne keessaa isa tokkoodha. Zulmii ykn cunqursaa addunyaa keessatti bakka adda addaatti raawwatamu yommuu arginu, hidda sammuu keenya jalaa yaanni kuni ni xiixa, “Guyyaa dhadachi haqummaa itti dhaabbatu jiraachu qaba. Zaalimni har’a dachii badiin balleessu Guyyaan adabbii isaaf malu itti argatu jiraachun dirqama.” Suuratu An-Naazi’at dhugaa wali galaa (Universal Truth) kana ifatti baasti. Hogganaa zaalimota kan ta’e Fira’awna ibsuun dhadachi haqummaa dirqamaan akka barbaachisu namaaf himti. Mee ibsa suuratu An-Naazi’aata haa jalqabnu:
Itti Fufi…Gaafin guddaan namoonni Ergamtootaa gaafataa turan keessaa tokko, “Qiyaamaan yoomi? Qiyaamaan jettu kuni yoom dhuftii?” Gaafi akkanaatin of ko’oomsu fi deebii barbaaduf garmalee carraaqun ni barbaachisaa sila? Gaafi kanaaf deebii argachuun dhugummaa Qiyaamaa jijjiruu danda’aa? Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ogummaa fi rahmata Isaatiin Yeroo Qiyaamaan itti dhootu uumamtoota hundarraa dhokse.
Itti fufi…