Tafsiira Suuratu Al-Hadiid-Kutaa 4
Ifa Mu’mintootaati fi gammachuu isaanii
Itti Haa Fufnu%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 13 0 R /GS2 14 0 R /GS3 15 0 R /GS4 16 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer (þÿ d o m p d f 3 . 1 . 0 + C P D F) /CreationDate (D:20261005105331+00'00') /ModDate (D:20261005105331+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 617 >> stream xœ�TMSÛ0½ûWì±�¡BŸ–tÐ2С´%�N‡á ÄJÐÛÅq†é£¯¿¤+“ÈL½hg?íÛ}+g”PJa¸6Ëìh Bu-9áÂÀ´€Ã¢0] \¿™ú•_†Æ¹2@h×¶áí LÏáýtȧŒHjù<òù–â×ó&ülC]�ðr¥1/}ä1`"åýQ×°ps?«ë;póÛMé\3Wx·nááΡ(h£¼N]hC¨ðUµtP¸ªpÿq¥÷øf‰_>¸Uøfæšu¨S#Ñ&QóÑUÎ-6�XOjRC�"J°=Gµ¤ô‡kW–›™«Âžó¾ž"˜+x çp pƒE¶K ±–A L3bл²‚«ì5»Ó·¯Êƒvs¿ÙTÐè®[+‡�í²„äÉóþŒ×z8n<†b„¨¬&Æš‘ä—ó¶žùäpÊÙ×p"•I:Ù´·u3FÉ5¡llÆ\Q†~*ï³DÄrþ´}¾C•}ÉO¯,×1òKç–0.Ñ�˜X¡h¼f±Ï�¦wÈî˜D”(•õ+Ž #/¦d Êè(j˜1"qJ^VC‰:–¬U\¹ÞÎ�ÄódnÀ0N˜éÛŸ§^^M..¾M>�‘ãË‹¡Ë©maº¹žz6[ãý< ^Ö_Î A 6Ïá%\YØÄ8*Âi·øãRæe¬Alk‘1î3Kñ.$¯”èBoÃK€?bûiïSÚÿ‡MŠatàÒxͤñË-e·xµO¿ršúüÙ-=°A{·n ·±dÞåÞ?ðÿ í³të endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 85.5310 639.3293 171.8380 652.1993 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://t.me/sammubani) >> endobj 13 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 14 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 17 0 obj [6 0 R /Fit] endobj xref 0 18 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000661 00000 n 0000001350 00000 n 0000001459 00000 n 0000001567 00000 n 0000001675 00000 n 0000001808 00000 n 0000001882 00000 n 0000001939 00000 n 0000001996 00000 n 0000002055 00000 n 0000002114 00000 n trailer << /Size 18 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<3493ab583eb60707366d843bb8aee920><3493ab583eb60707366d843bb8aee920>] >> startxref 2143 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Ifa Mu’mintootaati fi gammachuu isaanii
Itti Haa FufnuAffeerraa (Waamicha) Gara Iimaanaa (Amanuu) fi Arjoominnaa
Itti Haa FufnuIbsa Suuratu Al-Hadiid kutaa darbe irraa itti haa fufnu. Kutaa kana keessatti, Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa samii torbanii fi dachii guyyoota jaha keessatti akka uume, ergasii Arshii irratti olta’iinsa Isaaf malu akka olta’e ni dubbata. Arshii ol olta’ee wanti dachii fi samii keessatti Isarraa dhokatu tokkollee hin jiru. Sababni isaas, Inni waan hundaa ni arga, ni dhagaha, ni beeka. Sifaanni (amaloonni) Isaa amaloota uumamtoota irraa adda. “Wanti Isa fakkaatu tokkollee hin jiru. Inni Dhagahaa, Argaadha.” Suuratu Ash-Shuura 42:11
Itti Haa Fufnu
Alhamdulillah Rabbil aalamiin, hanga ammaatti gargaarsa Mawlaatin suuralee (boqonnaalee) Qur’aanaa waa’ee Guyyaa Qiyaamaa dubbatan ibsa waliin ilaalaa turreera. Dhugumatti, boqonnaaleen kunniin haala ajaa’ibaatin gahuumsa namaati fi waa’ee Qiyaamaa sirritti ibsu. Ragaalee qalbii yaqiinan (mirkaneefannaan) guutan dhiyeessu. Namni ragaalee kanniin arguun Qiyaamaan dhugaa ta’uu erga mirkaneefatee fi gahuumsi ilma namaa eessa akka ta’e erga beeke, gaafi kana gaafachuun isaa hin oolu: “Guyyaa Qiyaamaa fi Gahuumsa kana gahuuf maaltu na barbaachisaa? Namni jireenya addunya keessatti gahuumsa dhumaa gahuuf deemsarra jira. Kanaafu, gahuumsa dhumaa gahuuf akka galaatti (sinqiitti) maal qabadhee deemu qabaa?”
Itti fufi..
Kunoo suuratu Al-Qiyaamah osoo ilaallu dhuma irra geenye jirra. Kaayyoo websaayiti kanaa keessaa tokko, gaafi, “Du’aan booda gahuumsi namaa eessaa? Namni du’e achumaan ni hafaa?” jedhuuf deebii quubsaa deebisuudha. Dhugumatti, deebii quubsaa Qur’aana keessatti jechoota filatamoon irra deddebi’amuun ni arganna. Jechoota kanniin keessaa, “Al-Masiir (Gahuumsa), ar-Rujuu’u (Deebii)” kanneen jedhaniidha. Maarre, namni du’ee achumaan biyyee ta’ee ni hafaa ree? Kunoo dhumti Suuratu Al-Qiyaamah gaafi sammuu namaa keessa naanna’u haala bareedan kaasun deebii itti deebisti. “Yaa namana akkanumatti ni dhiifamtaa?”Dubbisa gaarii…
Itti Fufi..Yeroo darbe haala nama du’ee ilaalle turre. Har’as itti fufuun du’aan dura hojii fi amala nama kaafiraa qorannoo fi jazaatti isa geessu ni ilaalla.
Itti FufiTarii yommuu namni du’ee reeffa isaa awwaalle deebinu, gaafin kuni sammuu keenya keessa yaa’un hin oolu, “Namni du’e kuni garamitti oofamaa? Du’ee achumaan biyyee ta’ee ni hafaa?” Eeti, kuni gaafi baay’ee barbaachisa namni deebii quubsa itti barbaadachuu qabuudha. Gaafi kanaaf deebii quubsaa suuratu Al-Qiyaamaa gara dhumaatti ni arganna. Mee har’a suuratu al-Qiyaamah irraa ibsa keeyyattoota muraasaa haa ilaallu:
Itti Fufi…Qiyaamaan haqa erga taatee maaltu jireenya boodaatiif (Aakhiraatiif) hojjachuu fi of qopheessu irraa nama dhoowwa ree? Qananii Aakhiratiif cimanii hojjachuu irraa maaltu gufuu namatti ta’aa? Gufuuwwan kanniin mee haa ilaallu:
Itti fufi…Suuratu Al-Qiyaamah jalqaba irratti waa’ee Qiyaamaa fi wantoota Guyyaa san adeemsifamu ni hima. Kuni haqa gara fuunduraatti namni hunduu arguu heduudha. Sababni isaas, odeefannoon kuni Rabbii waan hundaa beeku fi wanta fedhe hojjatu irraa kan dhufeedha. Qur’aanni odeefannoo Guyyaa Qiyaamaa of keessatti qabachuun Ergamaa Rabbii (SAW) irratti buufame. Yommuu Qur’aanni buufamu Ergamaan Rabbii (SAW) naamusa akkami hordofuu akka qabu Rabbiin subhaanahu akkana jechuun barsiisa:
Itti Fufi…Kutaa darbe irraa ibsa suuratu Al-Qiyaamaa itti haa fufnuu.
Namni wanta hojjatee dabarsee fi wanta dirqamaa osoo hin hojjatin dhiise hundi isatti himama