Sab-qunnamtiin Dhiiraa fi Dubartiin Waliin Haasawu
Sab-qunnamtii irratti saalli lamaan waliin haasawuun khalwaa dhowwamee keessaa ta’uu danda’aa?
Yeroo ammaa karaan dhiiraa fi dubartiin itti wal qunnaman salphataa dhufee jira. Teknolojin gadaa kanaa kana salphisuun gahee ol’aanaa taphataa jira. Sab-qunnamti (social media) yommuu jennu karaa namoonni salphatti odeefannoo wal jijjiraniidha. Fakkeenyaf, Kan akka fesbuuki, WhatsApp, viber, telegram, Yahoo, email fi kkf. Read more