Istiqaama Cimsuuf
Torbaan darbee hiika istiqaama ilaalle turre. Yaadachisaaf istiqaama jechuun karaa qajeelaa fi haqaa Islaamaa irratti gadi dhaabbachuu fi itti fufuudha. Read more
%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 15 0 R /GS2 16 0 R /GS3 17 0 R /GS4 18 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 3 . 1 . 0 + C P D F) /CreationDate (D:20260421074816+00'00') /ModDate (D:20260421074816+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R 13 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 1014 >> stream xV˒6+hW _vMIJ`0)+>vId|I|ۋlr!)LOw39̟qvn)pCư= |zu ar y)0ɣ0D_}R+ب^@xާsl慂)U F$XӪR]Ĵ7\vIrJ -PKZ>(*RUe$Nmۢ{($(F4h'h ,u"A>s@JU\ք mS[?9 vK4ΩL%Ihr9Qh4`XŪz"X>`^ ֠LVD.u^1I#f(g ;qe)bPcvoH;5^H'̱9Yj# iBi6^hM"A-uAbr_2ϷvΩϯGBZs[e:cUu($ ; #l&n9?4M 0ή Q7fǛM}i=Pf y4Ir3?@5h"Fp9̓l-C#N8 \_o6f~U`>D.s颙R;S/anZr&gr!ȴtJgf}I,OK>vdx|i<3d?R>K\1~_3OY_6?m endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 289.8650 546.6653 574.0580 559.5353 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://sammubani.files.wordpress.com/2020/05/hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 14 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 531.2213 212.2420 544.0913 ] >> endobj 14 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://sammubani.files.wordpress.com/2020/05/hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf) >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj 17 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 18 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 19 0 obj [6 0 R /Fit] endobj xref 0 20 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000668 00000 n 0000001755 00000 n 0000001864 00000 n 0000001972 00000 n 0000002080 00000 n 0000002214 00000 n 0000002349 00000 n 0000002482 00000 n 0000002617 00000 n 0000002674 00000 n 0000002731 00000 n 0000002790 00000 n 0000002849 00000 n trailer << /Size 20 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<26bb478f8654edd2c7d44941f40f5773><26bb478f8654edd2c7d44941f40f5773>] >> startxref 2878 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Torbaan darbee hiika istiqaama ilaalle turre. Yaadachisaaf istiqaama jechuun karaa qajeelaa fi haqaa Islaamaa irratti gadi dhaabbachuu fi itti fufuudha. Read more
“Istiqaama jechuun namni tokko haala Rabbiin (subhaanahu wa ta’aala) ajajetti shari’aa Rabbii irratti gadi dhaabbachuu fi hordofuudha. Kuni immoo iklaasan (Rabbiif qulqulleessun) kan durfame ta’uu qaba.” Read more
Torbaan darbee wantoota sammuu doomsanii fi hadoochan ilaalle turre. Yaadachisaaf wantoonni sammuu hadoochanii fi doomsan cubbuu keessatti lixu keessummaayyu shirkii, zinaa, maastarbeshiin, hamii fi kkf. Akkasumas araadonni akka fiilmi, alkooli, sigaara, caati fi kkf sammuu hadoochu fi qawwasiisu keessatti bakka ol’aanaa qabatu. Sammuun qabeenya qaalii takkaa hojiin ala taanan deebisuun garmalee ulfaatudha. Sammuu keenya badii irraa eeguf maal gochuu qabnaa? Sammuun keenya yoo doome akkamitti qaruu dandeenyaa? Mee har’a karaalee sammuu keenya itti qarruu muraasa isaanii haa ilaallu. Read more
Sammuun motora ilma namaati. Motorri kuni yoo hojiin ala ta’ee namni guutun suni hojiin ala ta’a. Motora kana yeroo hundaa boba’aa itti qicu (guutu), kunuunsu fi badii irraa eegu barbaachisa. Abbichi motora ofii kana yoo hin kunuunsin, miidhaf of saaxila. Wanti isin ajaa’ibsiisu sammuun ilma namaa motoras, jeneretaras. Garaagarummaan kanniin lamaani maalii? Read more
Salaanni utubaalee Islaama shanan keessaa tokkoodha. Salaanni wal-qabsiistu Gooftaa fi gabricha jidduu jirtuudha. Wal-qabsiistun tuni yoo citte gabrichi Gooftaa isaatirraa citaa jechuudha. Gooftaa isaatirraa fagaachun diina isaa kan ta’e sheyxaanatti hiriyyooma. Tuni hiriyummaa akkam fokkattee! Salaata dhiisun kasaara fi hoongoo akkamii!! Rabbiin (subhaanahu wa ta’aala) akkana jedha:
“Yaa warra amantan! Qabeenyi keessanii fi ilmaan keessan zikrii Rabbii irraa isin hin dagin. Namoonni kana dalagan isaanumatu hoonga’oota.” Suuratu Al-Munaafiqun 63:9 Read more
Barruun tuni barreefamoota gaggabaabo ji’a Onkololeessa (October) 2016 fuula Fesbuuki Jireenya Badhaatu irraa walitti funaannamtedha.
“Wantoota namoota balleessan sadii irraa fagaadhu, wantoota sadan nama baraaran sirritti qabadhu.
Wantoonni nama balleessan sadan: fedhii duwwaa hordofuu, of dinqisifachuu (ujb) fi garmalee haafayu.
Wantoonni sadan nama baraaran: Rabbiin iccitii fi ifatti sodaachu, yeroo dallansuu haqa ta’u, yeroo durummaa fi hiyyummaa madaallamaa ta’u.” Read more
Ilmi namaa jiruu fi jireenya isaa keessatti rakkoo adda addaa waliin wal’aanso baha. Takkaa rakkoon tuni isa kuffisti takkaa immoo isatu rakkoo tana kuffisa. Haalli fi dandeettin namoota gargar waan ta’eef dandeettin rakkoo irraa dandamachu garagara. Namoonni gariin yommuu rakkoon xiqqoon isaan tuqxu kan garmalee iyyanii fi obsa hin qabnetu jiru. Faallaa kanaa immoo namoonni gariin rakkoon gurguddoon yommuu itti roobu obsa ajaa’ibsiisa kan qabanii fi cal’isantu jiru. Namoonni jalqabaa rakkoon yommuu isaan tuqxu nama kanattis, kaanittis ni himatu garuu furmaata quubsa hin argatan. Inuma rakkoo irratti obsa dhabanii yommuu iyyan, rakkoon isaani itti abaasa. Read more
Torbaan darbee waa’ee niyyaa tuttuquuf yaalle turre. Yaadachisaf, hojiin kamiyyuu niyyaa irratti kan ijaarrameedha. Sababa namoonni niyyaa garagaraa qabaniif milkaa’inni fi gammachuun isaani garagara. Hojiima walfakkaatu osoo hojjatun niyyaan isaanii garagara waan ta’eef milkaa’inni fi bu’aan isaan buusan akka ardii fi samii addaan fagaata. Iccitiin kanaa niyyaa ofii qulqulleessu fi qulqulleessu dhiisu irratti hundaa’a. Nama waggaa kudhaan keessatti garmalee osoo hojjatu bu’aa gaarii hin buusne fi nama waggaa shan ykn sanii gadi keessatti bu’aa hangana hin jedhamne yommuu buusu yeroo argite si hin dinqisiisin. Read more
Niyyaa jechuun maal jechuudha?
Bakki Niyyaa eessa?
Akkamitti niyyatan?
Niyyaa malee hojiin fudhatama ni argataa? Read more
Torbaan darbee shakkii bakka lamatti erga qoonne booda shakkii gosa tokkoffaa ilaalle turre. Har’a In sha Allaah shakkii gosa lamattaa ilaalla. Innis shakkii namoota jiddu, shakkii dhiirsa fi niiti jiddutti uumamu. Shakkiin namoota jiddutti uumamu yoo daangaa hin qabaatin miidhaa guddaa fidu danda’a. Akkuma torbaan darbee kaasne shakkiin dhibee qalbii waan ta’eef sababa fi dawaa qaba. Namtichi sababaa fi dawaa beeke dhibee kana wal’aanu qaba. Read more