Xurree Milkaa’innaa fi Gammachuu-lakk.8
Madaan kee kan darbanii fi yaadonni negaativi ammaa gara olii ol guddachuu irraa duubatti si hin harkisin. Mataa kee ol qabadhu, baatiri/ibsaa milkaa’innaa fuundura keetti ilaali. Fundura kee dukkana goote hin ilaalin. Gargaarsaf Rabbiin kadhu. Dhugumatti Inni Tumsaa /Gargaaraa hundarra caaludha. Read more