Namootan Walitti Makamuu
Namootan walitti makamuun takkaa akka qorichaa nama fayyisa takkaa immoo akka summii nama ajjeesa. Namootan yommuu walitti makaman of eeggannoo cimaa gochuu fi namoota itti makaman haala fi amala isaanii beeku barbaachisa.
Namootan walitti makamuu bakka afuritti qoodu dandeenya. Read more