Dubbii Iimaana Diigu-kutaa 10.2
Kutaa darbe keessatti jiraachu malaykotaa mormuun iimaana akka diigu ilaalle jirra. Ammas, itti fufuun jiraachu jinni mormuun wanta iimaana diigu akka ta’e ni ilaalla.
Itti Haa Fufnu%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 13 0 R /GS2 14 0 R /GS3 15 0 R /GS4 16 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 1 . 0 . 2 + C P D F) /CreationDate (D:20240704151627+00'00') /ModDate (D:20240704151627+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 693 >> stream xUKo0W"˒,ڥ[uͰCу˱?2?ߏSYaҤMGJq(Xl h 3<e惵[ 2:"PY4c_~9NH]i%dMBvHxauawͳ8)|B8\VZ4luUeO_ ։1v5B]+9PClQhdM[tdtA5.zQG2I<&@U+ORi$)>/],uetNټE4fӬecم_p}B >Od'{-]Oty.Ϋa{@҈|2+ԃ<* )%>"Y^AYy@m|BNjc$|F(S \yaPK&$BMu~iVE'hF8r:Q⼘ a`juڡٟNo!sZ%R҉k|5HEׂ<)9w@}op?L\*P.8}77No͘9#hCbUqmcMAoxiNSU.a3#KXޅMh詳t_$YV Ţ;=ý<朷7?s9EC Ih endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 625.1723 487.0620 638.0423 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://sammubani.files.wordpress.com/2020/02/hiika-islaamaa-fi-laa-ilaah-illallah.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 14 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj xref 0 17 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000661 00000 n 0000001426 00000 n 0000001535 00000 n 0000001643 00000 n 0000001751 00000 n 0000001878 00000 n 0000002016 00000 n 0000002075 00000 n 0000002134 00000 n 0000002191 00000 n trailer << /Size 17 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<2c3fbc359765feeefd0ba87decb3bff6><2c3fbc359765feeefd0ba87decb3bff6>] >> startxref 2248 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Kutaa darbe keessatti jiraachu malaykotaa mormuun iimaana akka diigu ilaalle jirra. Ammas, itti fufuun jiraachu jinni mormuun wanta iimaana diigu akka ta’e ni ilaalla.
Itti Haa FufnuDhugumatti Faaruun hundi kan Rabbiiti. Isa ni faarsina, ni gargaarsifanna, araarama Isa kadhanna. Sharriwwan nafsee teenyaa fi hamtuwwan hojiiwwan keenyaa irraa Rabbiin eeggamna. Nama Rabbiin qajeelche kan isa jallisu hin jiru. Nama Rabbiin jallise kan isa qajeelchu hin jiru. Rabbii Tokkicha shariika hin qabne malee dhugaan gabbaramaan akka hin jirre ragaa nan baha. Akkasumas, Muhammad gabrichaa fi Ergamaa Isaa ta’uu ragaa nan baha.
Haa JalqabnuGhaybi hafan ilaalchise wantoota iimaana diigan
Ghaybitti amanuun amaloota gabroota Rabbii mu’mintoota ta’an irraayyi. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa jecha Isaa kanaan isaan faarse jira:
Akkaata Kitaabban Rabbii olta’aa irraa bu’an mormuun ykn itti qoosun kufrii itti ta’uu
Akkaatan kitaabban Rabbii olta’aa irraa buufaman mormuun ykn isaanitti qoosun kufrii fi wantoota iimaana diigan keessaa itti ta’u kutaa darbee keessatti ilaalu jalqabne jirra. Ammas itti fufuun ni ilaalla. Kitaabban Rabbiin irraa bu’anitti qoosun ykn mormuun kufriidha.
Dhugumatti namni Rabbiin kan sodaatu fi Muslima ta’ee du’uuf hundee amanti isaa yoo beekee fi hojii irra oolchedha. Hundeen amantii arkaana iimaanati. Arkaanni iimaana kunniin qalbii keessa yoo hin jiraatin, namni amanti sirrii hin qabuu jechuudha. Kanaafu, bu’uura kana irratti xiyyeefachuun Muslima hunda irratti dirqama. Namootas itti waamun nama beekumsa qabu irratti dirqama. Kana yaada keessa galchuun hundeewwan iimaana jahan kitaaba kana keessatti haala salphaa fi nama hawwatuun ibsamanii jiru. Iimaana jechuun maal jechuudhaa? Garaagarummaan iimaanaa fi Islaama maali? Hundeewwan (arkaannni) iimaana maal fa’aa? Haalli sirriin amanan maalidhaa? gaafilee kanaa fi kan kana fakkaataniif kitaaba kana keessa ni argattu. https://sammubani.files.wordpress.com/2020/05/hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf
Kitaabban Buufaman ilaalchisee
1-Kutaa darbe keessatti Nabiyyootatti amanuu keessatti dubbii iimaana diigu ilaalle jirra. Kutaa kana keessatti immoo Kitaabban Rabbii olta’aa irraa buufaman keessatti dubbii iimaana diigu ilaalla. Akkuma beekkamu kitaabban Rabbiin irraa ergamtoota Isaa irratti bu’anitti amanuun arkaana iimaana keessa tokkoodha. Rabbiin olta’aan ni jedha:
Nabiyyummaa Himachuu
Kutaa darbe keessatti sobaan nabiyyummaa himachuun Rabbii olta’aa irratti kijiba uumuu akka ta’ee fi iimaana akka diigu ilaalle jirra. Ammas itti fufuun akkaataa iimaana itti diigu haa ilaallu:
Nabiyyummaa Himachuu
Nabii Muhammadin (SAW) booda nabiyyummaa himachuun wanta iimaana diigudha.
Dhugumatti, boqonnaa, tasgabbii fi gammachuu qalbii argachuun, yaaddoo fi dhiphinni qalbirraa deemun wanta namni hundu barbaadudha.Namoota keessaa nama sababoota gammachuu baay’ee argatee jireenya gammachuu fi gaarii jiraatetu jira. Ammas, isaan keessaa nama sababoota kanniin dhabee jireenya dararaa jiraatetu jira. Ammas, isaan keessaa hamma Rabbiin isa milkeessen nama jiddu-galeessa ta’etu jira. Mee tarkaanfilee gammachuutti nama geessan ilaalu itti haa fufnu
Itti Haa FufnuTarkaanfi 2ffaa: Gochootaan yookiin beekumsa faayda qabuun of ko’oomsu
Itti Haa Fufnu