Tarkaanfi Gara Gammachuu-Kutaa 1
Dhugumatti, Faaruun hundi kan Rabbiiti, gargaarsaa fi araarama Isa kadhanna. Sharrii nafsee teenyaa fi badii hojii keenyaa irraa Isaan tiikfamna. Nama Rabbiin qajeelche kan isa jallisu hin jiru, nama Rabbiin jallise kan isa qajeelchu hin jiru. Itti fufuun: wanta shakkiin keessa hin jirre keessaa tokko gammachuun wanta namni hunduu garmalee barbaadudha. Namoonni hundu gammachuu ni kajeelu. Gammachuun kaayyoo isaanii ol’aanaadha. Garuu akkamitti wanta barbaadan kana argatanii?
Itti Haa Fufnu