Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 9.2

Akkaata Kitaabban Rabbii olta’aa irraa bu’an mormuun ykn itti qoosun kufrii itti ta’uu
Akkaatan kitaabban Rabbii olta’aa irraa buufaman mormuun ykn isaanitti qoosun kufrii fi wantoota iimaana diigan keessaa itti ta’u kutaa darbee keessatti ilaalu jalqabne jirra. Ammas itti fufuun ni ilaalla. Kitaabban Rabbiin irraa bu’anitti qoosun ykn mormuun kufriidha.

Itti Haa Fufnu

Hiika Iimaanaa fi Arkaana Isaa

Dhugumatti namni Rabbiin kan sodaatu fi Muslima ta’ee du’uuf hundee amanti isaa yoo beekee fi hojii irra oolchedha. Hundeen amantii arkaana iimaanati. Arkaanni iimaana kunniin qalbii keessa yoo hin jiraatin, namni amanti sirrii hin qabuu jechuudha. Kanaafu, bu’uura kana irratti xiyyeefachuun Muslima hunda irratti dirqama. Namootas itti waamun nama beekumsa qabu irratti dirqama. Kana yaada keessa galchuun hundeewwan iimaana jahan kitaaba kana keessatti haala salphaa fi nama hawwatuun ibsamanii jiru. Iimaana jechuun maal jechuudhaa? Garaagarummaan iimaanaa fi Islaama maali? Hundeewwan (arkaannni) iimaana maal fa’aa? Haalli sirriin amanan maalidhaa? gaafilee kanaa fi kan kana fakkaataniif kitaaba kana keessa ni argattu. https://sammubani.files.wordpress.com/2020/05/hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf

Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 9.1

Kitaabban Buufaman ilaalchisee
1-Kutaa darbe keessatti Nabiyyootatti amanuu keessatti dubbii iimaana diigu ilaalle jirra. Kutaa kana keessatti immoo Kitaabban Rabbii olta’aa irraa buufaman keessatti dubbii iimaana diigu ilaalla. Akkuma beekkamu kitaabban Rabbiin irraa ergamtoota Isaa irratti bu’anitti amanuun arkaana iimaana keessa tokkoodha. Rabbiin olta’aan ni jedha:

Itti Haa Fufnu
1 2 3 4 5 … 13