Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 6.6
Akkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’u–Kutaa 3
Itti Haa Fufnu%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 15 0 R /GS2 16 0 R /GS3 17 0 R /GS4 18 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 3 . 1 . 0 + C P D F) /CreationDate (D:20260201114205+00'00') /ModDate (D:20260201114205+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R 13 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 1014 >> stream xV˒6+hW _vMIJ`0)+>vId|I|ۋlr!)LOw39̟qvn)pCư= |zu ar y)0ɣ0D_}R+ب^@xާsl慂)U F$XӪR]Ĵ7\vIrJ -PKZ>(*RUe$Nmۢ{($(F4h'h ,u"A>s@JU\ք mS[?9 vK4ΩL%Ihr9Qh4`XŪz"X>`^ ֠LVD.u^1I#f(g ;qe)bPcvoH;5^H'̱9Yj# iBi6^hM"A-uAbr_2ϷvΩϯGBZs[e:cUu($ ; #l&n9?4M 0ή Q7fǛM}i=Pf y4Ir3?@5h"Fp9̓l-C#N8 \_o6f~U`>D.s颙R;S/anZr&gr!ȴtJgf}I,OK>vdx|i<3d?R>K\1~_3OY_6?m endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 289.8650 546.6653 574.0580 559.5353 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://sammubani.files.wordpress.com/2020/05/hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 14 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 531.2213 212.2420 544.0913 ] >> endobj 14 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://sammubani.files.wordpress.com/2020/05/hiika-iimaanaa-fi-hundeewwan-isaa.pdf) >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj 17 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 18 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 19 0 obj [6 0 R /Fit] endobj xref 0 20 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000668 00000 n 0000001755 00000 n 0000001864 00000 n 0000001972 00000 n 0000002080 00000 n 0000002214 00000 n 0000002349 00000 n 0000002482 00000 n 0000002617 00000 n 0000002674 00000 n 0000002731 00000 n 0000002790 00000 n 0000002849 00000 n trailer << /Size 20 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<4870d046937cec8d7b44da4a5aee6941><4870d046937cec8d7b44da4a5aee6941>] >> startxref 2878 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Akkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’u–Kutaa 3
Itti Haa FufnuAkkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’u–Kutaa 2
Kutaa darbe keessatti Rabbiin ala wanta biraa du’aayin itti qajeelun akkamitti akka shirkii ta’uu fi iimaana diigu ilaalu jalqabne jirra. Ammas itti fufuun ni ilaalla. Wallaalummaa irraa kan ka’e namoonni gariin nama du’e kadhachuun shirkii amanti keessaa nama baasu akka ta’etti hin ilaalan. Kanaafu, dukkanaa fi dhama’iinsa kana oofun barbaachisadha:
(Bifoota ibaadaa gurguddoo keessaa inni tokko du’aayidha. Akka lugaatti du’aayin waamu ykn kadhachuudha. Shari’aan nama lubbuu qabu sagalee kee dhagayu, akka beekumsaan ykn humnaan si gargaaru waamu irraa hin dhoowwu. Kuni du’aayi asitti dubbannu miti. Kana irra, du’aayin asitti barbaanne fi dhuka ibaadaa ta’e, “sababa qabatamaa ifatti mul’atuun alatti faaydaa argachuu fi miidhaa ittisuuf kadhachuudha.” Du’aayin kuni jiddu-gala tokko malee qajeelloon Rabbiin qofarraa barbaadamu qaba.[1]
Itti Haa FufnuKutaa dabre keessatti waa’ee tawhiida al-uluuhiyyah ilaalle jirra. Kutaa kana keessatti immoo ibaadaa keessaa dhuka kan ta’e du’aayi ilaalla. Sababni isaas, yeroo baay’ee shirkiin kan uumamu du’aayi keessatti.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti hiikaa fi barbaachisummaa tawhiidu Al-Uluuhiyyah ilaalle turre. Tawhiida Al-Uluuhiyyah jechuun ibaadadhaan Rabbiin tokkichoomsudha. Kana jechuun ibaadaa hunda Rabbi qofaaf gochuudha. Har’as itti fufuun barbaachisummaa tawhiida kanaatii fi hiika shirkii ni ilaalla.
Itti Haa fufnu
Kutaa darbee keessatti tawhiida rubuubiyyah fi asmaa’a wa sifaat keessatti dubbii iimaana diigu ilaalle jirra. Har’a immoo Tawhiida Al-Uluuhiyyah keessatti dubbii iimaana diigu ilaalla.
Itti Haa FufnuKutaa darbe irraa itti fufuun Maqaa ykn sifata Rabbii olta’aa mormuun akkamitti kufrii fi wantoota iimaanaa diigan keessaa itti ta’uu ni ilaalla. (Sifaata jechuun amala wanti tokko ittiin ibsamuudha. Fakkeenyaaf kana akka beekumsa, dhageetti, arguu, jireenya, dubbachuu, olta’u, dandeetti, araaramu, rahmata gochuu fi kkf sifaata.)
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti maqaalee fi sifaata Rabbii keessatti dubbii imaana diigu jalqabne jirra. Yaadachisuuf maqaalee fi sifaata keessatti dubbiin iimaana diigu: sifaata (amaloota) Rabbii amaloota uumamtootatiin wal fakkeessu, maqaalee fi sifaata Qur’aanaa fi hadiisa sahiih ta’an keessatti mirkanaa’an fudhachuu diduu fi mormuudha. Har’a kuni akkamitti akka kufrii ta’uu ni ilaalla.
Dubbisa Itti FufuufSodaa fi Rakkoo Booda Gargaarsi fi Injifannoon yommuu dhufu
Hanga ammaatti duula Khandaq/Ahzaab keessatti sodaa fi rakkoo cimaa Muslimoota muudate ilaalaa turreera. Wanta qormaata kanarraa barbaadamee fi haala namootaas hubanne jirra. Kuni nuuf barnoota guddaa ta’a. Amma gara xumuraatti dhufaa jirra. Qormaata sodaatii fi rakkoo booda gargaarsi fi injifannoon ni dhufa. Kunoo qormaata cimaa san booda gargaarsi fi injifannoon ni dhufe:
Tawhiida maqaalee fi sifaataa keessatti dubbii iimaana diigan
Jalqaba irratti, waa’ee maqaalee fi sifaataa ilaalchisee wanta ahli sunnah wal jama’aa amanan kaasu barbaanna. Wanti isaan amanan: osoo hin jijjiriin, hin dhabamsiisin, osoo akkana akkana hin jedhinii fi wayitti hin fakkeessin, wanta Rabbiin ittiin of ibseetti fi wanta Ergamaan Isaa sallallahu aleyh wassallam ittiin Isa ibseetti amanuudha.