Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 6.5

Akkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’uKutaa 2
Kutaa darbe keessatti Rabbiin ala wanta biraa du’aayin itti qajeelun akkamitti akka shirkii ta’uu fi iimaana diigu ilaalu jalqabne jirra. Ammas itti fufuun ni ilaalla. Wallaalummaa irraa kan ka’e namoonni gariin nama du’e kadhachuun shirkii amanti keessaa nama baasu akka ta’etti hin ilaalan. Kanaafu, dukkanaa fi dhama’iinsa kana oofun barbaachisadha:

Itti Haa Fufnu

Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 6.4

(Bifoota ibaadaa gurguddoo keessaa inni tokko du’aayidha. Akka lugaatti du’aayin waamu ykn kadhachuudha. Shari’aan nama lubbuu qabu sagalee kee dhagayu, akka beekumsaan ykn humnaan si gargaaru waamu irraa hin dhoowwu. Kuni du’aayi asitti dubbannu miti. Kana irra, du’aayin asitti barbaanne fi dhuka ibaadaa ta’e, “sababa qabatamaa ifatti mul’atuun alatti faaydaa argachuu fi miidhaa ittisuuf kadhachuudha.” Du’aayin kuni jiddu-gala tokko malee qajeelloon Rabbiin qofarraa barbaadamu qaba.[1]

Itti Haa Fufnu
1 2 3 4 5 6 13