Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 11.3
Akkaataa Du’aan booda Kaafama Mormuun Iimaana itti diigu-kutaa 1
2-Shakkii hin qabu, kaafama mormuun iimaana kan diigudha. Kaafama mormuun karaa adda addaatin ta’a: kaafama ruuhii fi qaamaa mormuun ta’uu danda’a, deebii ruuhii amanuu waliin deebii qaama mormuu ta’uu danda’a. Yeroo biraa immoo kaafama mormuun ruuhin gara qaama biraatti dabarti jechuun ta’uu danda’a.