pdf buusuf
sammubani.com irraa barruulee haala PDF’tiin buusuf gara jalaatti, mallatto Print, PDF fi E-mail qabu tuqaa. Ergasii mataa gubbaa gara bitaatti mallattoo PDF tuqaa. San booda Download PDF bakka jedhu tuquun buufadhaa.

%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 13 0 R /GS2 14 0 R /GS3 15 0 R /GS4 16 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 3 . 1 . 0 + C P D F) /CreationDate (D:20260212151619+00'00') /ModDate (D:20260212151619+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 582 >> stream xTn0+ŧH$M.zr#!"?"%eER%-zRFc::] Er(S `@< YU֖Εv0)/&6x)|^`8և24m-H^*oyvvle, k@9隽@rJG:I[lZ"e^UvI(8$[qu`"k;l~^z0p p?SHkT#{ysS? s9cv -jD|Y:S>adE|wr,%50u iJ_oF?rN`]HCd܋ OگG1"a \[L[JRÎ #dYpRz}=*P"zNd6u:zξ͆.pX9H[SMm'cx:M!ƈ gM#nY6J&61ǽO?l.[&?LΛF.tn9mBMt` endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 639.3293 429.2900 652.1993 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://islaama.files.wordpress.com/2020/01/tafsiira-suuratu-al-hadiid-1.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 14 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 17 0 obj [6 0 R /Fit] endobj xref 0 18 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000661 00000 n 0000001315 00000 n 0000001424 00000 n 0000001532 00000 n 0000001640 00000 n 0000001773 00000 n 0000001901 00000 n 0000001958 00000 n 0000002015 00000 n 0000002074 00000 n 0000002133 00000 n trailer << /Size 18 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<7c5343a07b8bbf00e79a4e8cce817ad7><7c5343a07b8bbf00e79a4e8cce817ad7>] >> startxref 2162 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
sammubani.com irraa barruulee haala PDF’tiin buusuf gara jalaatti, mallatto Print, PDF fi E-mail qabu tuqaa. Ergasii mataa gubbaa gara bitaatti mallattoo PDF tuqaa. San booda Download PDF bakka jedhu tuquun buufadhaa.

Ji’oota muraasan dura dubbiiwwan iimaana diigan ilaalle jirra. Hojiwwan iimaana diiganiis ilaalu jalqabnee osoo hin xumurin jidduun dhiifne. Amma bakka itti dhaabne irraa jalqabuun adeemsa keenya itti fufna. In sha Allah, barruulee kanniin haala kitaabatin walitti qabuun guyyaa tokko mana kitaabaa keessatti akka argannu ni abdanna.
Itti Haa Fufnu
Assalamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuh hordoftoota sammubani.com Guyyaa baay’eef addaan fagaanne turre. Sababa adda addaa irraa kan ka’e akka duraanii guyyaa guyyaan wal arguu hin dandeenye. Kutaa darbe irraa itti fufuun erga fooyya’anii booda sababoota duubatti akka deebi’an nama taasisan ni ilaalla:
Itti Haa FufnuSuuratu Al-Buruuj yommuu qaraanu seenaa tokko dhagayuun keenya hin oolu. Seenaa kana keessatti waa baay’ee hubanna. Isaan keessaa: 1)-Moottonni abbaa irraa akka gooftaatti of ilaalun namoonni akka isaan gabbaran (waaqefatan) barbaadu. Nama isaan hin gabbarre adabbii hamaa gara-jabeenyaan guuttame adabu. 2)-Shoora mucaan xiqqaan taphate. Mucaan xiqqaan kuni mootii kana gabbaruu diduun aango isaa ni sochoose. 3)- Rakkoon garmalee isaanitti haa baay’atuyyu malee mu’mintoonni iimaana isaanii irratti gadi dhaabbata. Magaazidhaan yommuu baqaqfaman, ibiddatti yommuu darbaman Islaama irraa duubatti hin deebine. Kuni hundi Islaama irratti gadi dhaabbachuuf fakkeenya guddaa namaaf ta’a. Mee seenaa warra boollaa haa ilaallu:
Read moreKutaa darbe keessatti biifota Qormaata nabiyyootaa fi saalihoota garii irra gahu ilaalle jirra. Qormaanni hanga fedhe baay’atus Islaama irraa duubatti isaan hin deebisne. Har’as itti fufuun bifa qormaataa nama Islaama qabate irra gahu ni ilaalla. Tarii kuni Islaama akka qabannuuf jajjabeenna nuuf ta’a.
Itti Haa fufnu10-Karaa Rabbii keessatti azaa (rakkoo) baadhachuu dhiisu
Sababoota karaa fooyya’iinsa keessatti erga bobba’anii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan keessaa tokko yeroo rakkoon namatti bu’uu rakkoo san baadhachuu dhiisudha. “Ganaa rakkoo kana hunda baadhadhaa” jedhee wanta qabate gadi dhiisa. Osoo jecha Rabbii armaan gadi kanatti xiyyeefannoo hin kennin nama karaa da’awaa hordofotu jira.
Kutaa darbe keessatti yommuu ijoollee barsiisan ykn guddisan dogongora barsiistonni ykn guddistoonni gariin hojjatan ilaalle jira. Dogongora sanniin itti fufuun haa ilaallu:
Itti FufaaKutaalee darban keessatti sababootaa erga fooyya’anii booda duubatti nama deebisan ilaalle jirra. Har’as itti fufuun sababa saglaffaa ni ilaalla. Innis Walitti dhufeenya keessatti dogongora barsiistoonni ykn haadha abbaan raawwataniidha. Sababa dogongora kanaatiin ijoolleen ykn dargaaggoonni rifachuun gara duubatti deebi’uu.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti sababoota duubatti nama deebisan ilaalaa turreera. Ammas itti fufuun kutaa itti aanu ni ilaalla.
Itti FufiSababoota erga fooyya’anii booda duubatti nama deebisan beekuun irraa fagaachuun wanta milkaa’innaa fi khaatimaa gaariitti nama geessudha. Sababni guddaan khaatimaa badaatti nama geessu wanta khaatima nama jalaa balleessuu beekuu dhiisuu fi irraa fagaachu diduudha. Tarii namni jireenya isaa guutuu ibaadaa hojjachuu danda’a. Garuu dhukkubni qalbii inni qabuu tokko ibaadaa kana jalaa balleessuu fi khaatimaa badaatti isa geessu danda’a. Kanaafu, sababoota erga fooyya’anii booda haala badaatti nama deebisan beeknee irraa fagaachuuf qophiidhaa?
Itti Haa Fufnu