SABABA FI FURMAATA WALIIN ODUU WARRA DUUBATTI DEEBI’ANII-KUTAA 12.2
Kutaa darbe keessatti sababoota erga Islaama qabatanii booda duubatti nama deebisan keessaa tokko godaansa dhiisu akka ta’e ilaalle jirra.
Itti Haa FufnuIn sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Kutaa darbe keessatti sababoota erga Islaama qabatanii booda duubatti nama deebisan keessaa tokko godaansa dhiisu akka ta’e ilaalle jirra.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti sababoota Islaama erga qabatanii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan ilaalle jirra. Ammas ittii aansun kutaa itti aanu ni ilaalla:
Itti Fufu barbaadduu?Kutaalee darban keessatti sababoota Islaama erga qabatanii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan ilaalle jirra. Har’as itti fufuun kutaa itti aanu ni ilaalla.
Itti Haa FufnuAssalamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuh hordoftoota sammubani.com Guyyaa baay’eef addaan fagaanne turre. Sababa adda addaa irraa kan ka’e akka duraanii guyyaa guyyaan wal arguu hin dandeenye. Kutaa darbe irraa itti fufuun erga fooyya’anii booda sababoota duubatti akka deebi’an nama taasisan ni ilaalla:
Itti Haa FufnuSuuratu Al-Buruuj yommuu qaraanu seenaa tokko dhagayuun keenya hin oolu. Seenaa kana keessatti waa baay’ee hubanna. Isaan keessaa: 1)-Moottonni abbaa irraa akka gooftaatti of ilaalun namoonni akka isaan gabbaran (waaqefatan) barbaadu. Nama isaan hin gabbarre adabbii hamaa gara-jabeenyaan guuttame adabu. 2)-Shoora mucaan xiqqaan taphate. Mucaan xiqqaan kuni mootii kana gabbaruu diduun aango isaa ni sochoose. 3)- Rakkoon garmalee isaanitti haa baay’atuyyu malee mu’mintoonni iimaana isaanii irratti gadi dhaabbata. Magaazidhaan yommuu baqaqfaman, ibiddatti yommuu darbaman Islaama irraa duubatti hin deebine. Kuni hundi Islaama irratti gadi dhaabbachuuf fakkeenya guddaa namaaf ta’a. Mee seenaa warra boollaa haa ilaallu:
Read moreKutaa darbe keessatti biifota Qormaata nabiyyootaa fi saalihoota garii irra gahu ilaalle jirra. Qormaanni hanga fedhe baay’atus Islaama irraa duubatti isaan hin deebisne. Har’as itti fufuun bifa qormaataa nama Islaama qabate irra gahu ni ilaalla. Tarii kuni Islaama akka qabannuuf jajjabeenna nuuf ta’a.
Itti Haa fufnu10-Karaa Rabbii keessatti azaa (rakkoo) baadhachuu dhiisu
Sababoota karaa fooyya’iinsa keessatti erga bobba’anii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan keessaa tokko yeroo rakkoon namatti bu’uu rakkoo san baadhachuu dhiisudha. “Ganaa rakkoo kana hunda baadhadhaa” jedhee wanta qabate gadi dhiisa. Osoo jecha Rabbii armaan gadi kanatti xiyyeefannoo hin kennin nama karaa da’awaa hordofotu jira.
Kutaa darbe keessatti yommuu ijoollee barsiisan ykn guddisan dogongora barsiistonni ykn guddistoonni gariin hojjatan ilaalle jira. Dogongora sanniin itti fufuun haa ilaallu:
Itti FufaaKutaalee darban keessatti sababootaa erga fooyya’anii booda duubatti nama deebisan ilaalle jirra. Har’as itti fufuun sababa saglaffaa ni ilaalla. Innis Walitti dhufeenya keessatti dogongora barsiistoonni ykn haadha abbaan raawwataniidha. Sababa dogongora kanaatiin ijoolleen ykn dargaaggoonni rifachuun gara duubatti deebi’uu.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti sababoota duubatti nama deebisan ilaalaa turreera. Ammas itti fufuun kutaa itti aanu ni ilaalla.
Itti Fufi