Dubbii Iimaana Diigu-Kutaa 6.5

Akkaataa Rabbiin ala wanta nama hin fayyannee fi miidhaa hin deebisne kadhachuun shirkii fi wanta iimaana diigu itti ta’uKutaa 2
Kutaa darbe keessatti Rabbiin ala wanta biraa du’aayin itti qajeelun akkamitti akka shirkii ta’uu fi iimaana diigu ilaalu jalqabne jirra. Ammas itti fufuun ni ilaalla. Wallaalummaa irraa kan ka’e namoonni gariin nama du’e kadhachuun shirkii amanti keessaa nama baasu akka ta’etti hin ilaalan. Kanaafu, dukkanaa fi dhama’iinsa kana oofun barbaachisadha:

Itti Haa Fufnu
1 2 3 4 5 6