Tafsiira Suuratu Luqmaan-Kutaa 3
Badhaasa warra amananii fi hojii gaggaarii hojjatanii
Itti Haa Fufnu%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 13 0 R /GS2 14 0 R /GS3 15 0 R /GS4 16 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 3 . 1 . 0 + C P D F) /CreationDate (D:20250920081244+00'00') /ModDate (D:20250920081244+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 582 >> stream xTn0+ŧH$M.zr#!"?"%eER%-zRFc::] Er(S `@< YU֖Εv0)/&6x)|^`8և24m-H^*oyvvle, k@9隽@rJG:I[lZ"e^UvI(8$[qu`"k;l~^z0p p?SHkT#{ysS? s9cv -jD|Y:S>adE|wr,%50u iJ_oF?rN`]HCd܋ OگG1"a \[L[JRÎ #dYpRz}=*P"zNd6u:zξ͆.pX9H[SMm'cx:M!ƈ gM#nY6J&61ǽO?l.[&?LΛF.tn9mBMt` endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /F 28 /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 639.3293 429.2900 652.1993 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (https://islaama.files.wordpress.com/2020/01/tafsiira-suuratu-al-hadiid-1.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 14 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 17 0 obj [6 0 R /Fit] endobj xref 0 18 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000661 00000 n 0000001315 00000 n 0000001424 00000 n 0000001532 00000 n 0000001640 00000 n 0000001773 00000 n 0000001901 00000 n 0000001958 00000 n 0000002015 00000 n 0000002074 00000 n 0000002133 00000 n trailer << /Size 18 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<3f55aa9c0a1bc080a50f6a4f1d03fb2b><3f55aa9c0a1bc080a50f6a4f1d03fb2b>] >> startxref 2162 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Badhaasa warra amananii fi hojii gaggaarii hojjatanii
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti Qur’aanni namoota isa qabataniif qajeelfamaa fi rahmata akka ta’e ilaalle jirra. Uumamaanu namni jecha gaarii irraa yoo gore jecha gadi bu’aa fi faaydi hin qabne filata. Qur’aanni jecha hundarra gaarii ta’eedha. Kanaafu, namni Qur’aana irraa garagale jecha fafee fi faaydi hin qabne filata. Aayah armaan gadi keessatti dhugaa kana ni arganna:
Itti Haa FufnuKabajamtoota hordoftoota sammubani.com ammas baga nagahaan tafsiira Qur’aana haala gabaaba fi ifa ta’een walitti deebine. Har’as gargaarsa Rabbii guddaa olta’aatin ibsa (tafsiira) suuratu Luqmaan ni ilaalla. Dhugumatti suurahn (boqonnaan) tuni hariiroon abbaa fi ilma jidduu jiru fi gorsi dursaa abbaan ilmaaf kennu maal ta’uu akka qabu ibsiti. Dhugumatti, gorsi jalqabaa abbaan ilmaaf kennu tawhiidatti ajajuu fi shirkii irraa dhoowwudha. San booda amaloota gaggaarii biroo gorsuu itti fufa. Suurah tana gara jidduutti haqa haadhaa jabeessa.
Itti Haa FufnuAlhamdulillahi Rabbil aalamiin. Kunoo Tafsiira Suuratu Ar-Ruum osoo ilaallu xumura irra geenye. Barnoota guddaa akka irraa argattan abdiin qaba. Namni barnoota guddaa kana erga argatee wanti isarraa eeggamu wanta barate hojii irra oolchudha. Wanta baratan kana hojii irra oolchuuf maaltu namarraa barbaadamaa? Obsaa miti ree? Kanaafi, Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa suurah tana obsatti ajajuun xumure:
Itti Haa FufnuZaalimonni Guyyaa Qiyaamaa Rakkoo Himachuu fi sababa dhiyeefachuun isaan hin fayyadu
Itti Haa FufnuMarsaalee Ilmi Namaa Keessa Darbu
Read moreNamni Qur’aana dhageefate itti fayyadamuu nama amane ykn amanuuf qophii ta’e qofaadha.
Itti Haa FufnuDuumessa Keessaa Eenyutu Rooba gadi dhangalaasu danda’aa?
Duumessi wanta adii harkaanu qabamu hin dandeenyedha. Wanta harkaan qabamee cuunfamuu hin dandeenye keessaa eenyutu bishaan dhangala’aa kana baasaa? Namoonni addunyaa guutuu osoo walitti qabamanii duumessa kana keessa copha bishaani baasu danda’uu? Gonkumaa hin danda’an. Kanaafu, eenyutu duumessa kana keessaa bishaan baasa ree? Deebiin:
Namni kafare miidhaan kufrii isumarratti deebi’a
Namni yommuu kafaruu fi Islaama hordofuu dhiisu gara fuunduraatti miidhaan homaatu isarra akka hin geenye godhee yaada. Garuu dhimmichi faallaa inni yaadeti. Namni yommuu Rabbii isa uumeetti kafaruu fi Isaaf ajajamu diduu, adabbii Isaatiif of saaxila. Kanaafu, kafaruun isaa kuni isuma miidha. Mee dhugaa kana aayah armaan gadi keessatti haa ilaallu:
Badiin Lafaa fi Galaana irratti Mul’atee
Yeroo amma akkuma beekkamu, lafaa fi galaana keessatti badiin (fasaanni) garmalee baay’ate jira. Sababni badii kanaa maali jedhamee yoo gaafatamee wanta harki namaa hojjateedha. Mee dhugaa kana aayah tana keessatti haa ilaallu: