Sababoota Duubatti Deebi’iinsaa-Kutaa 23
37.Hasad (Waanyu)
Waanyun (hinaafin) dhukkuba naqarsaa namoonni baay’een qabamaniidha.
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
37.Hasad (Waanyu)
Waanyun (hinaafin) dhukkuba naqarsaa namoonni baay’een qabamaniidha.
Asii gaditti barnoota guddaa seenaa Yuusuf irraa arganna.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti sababoota duubatti deebi’iinsaa osoo ilaallu gara dhumaatti kutaa hin fixin tokkotu jira. Kutaa san har’a ni xumurra.
DabalataYakka Ergaa Raawwatanii Booda Sababa sobaa dhiyeeffachuu
Obboleeyyan Yuusuf Yuusufin eelatti erga gatanii booda wanta gochuu qabanii fi rakkoo himachuu qaban itti yaadan. Mee haa ilaallu:
Shira Dubbii Mi’aawan Haguuggame
Dhugumatti, yommuu namni tokko miidhaa namarraan gahuu barbaadu, tooftaalee adda addaatti fayyadama. Tooftaalee sanniin keessaa tokko dubbii isaa mi’eessudha. Yuusufin irra miidhaa dhaqqabsiisuuf tooftaalee obboleeyyan isaa itti fayyadaman beekuun, dhara nama miidhaa nurraan gahuuf deemu jalaa akka baraaramnuuf nu gargaara. Mee tooftaalee kana haa ilaallu:
Dhugumatti daandii Islaamaa keessa gara fuunduraa keessa osoo deemanu gufuwwan baay’een nama qunnamu. Gufuu tokko yommuu darbe jennu gufuun biraatti gufanna. Takkaa olkaane adeemsa keenya itti fufna, takkaa immoo achuma turree duubatti mucucaanna. Gufuu daandii keessatti nu qunnaman keessaa muraasa haa ilaallu:
DabalataKutaa darbe irraa itti fufuun tafsiira (ibsa) Suuratu Yuusuf ilaalu itti fufna.
Itti FufiSababoota Islaama erga qabatanii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan ilaalu osoo itti fufnu jidduun dhaabne. Amma bakka dhaabbanne irraa itti fufuun sababoota hafan haa ilaallu.
Dabalata DubbisuufJi’a lamaaf sababa kitaaba “Yaadaa fi Milkaa’ina” jedhu waliin ko’oomaa turreef addaan baane turre. In sha Allah kitaabni kuni yeroo maxxanfametti harka keessan gahee akka irraa fayyadamtan abdiin qaba. Amma, seenaa mi’aawaa waliin bakka dhaabbanne irraa kaanee itti haa fufnu.
Itti Haa Fufnu