SABABA FI FURMAATA WALIIN ODUU WARRA DUUBATTI DEEBI’ANII-KUTAA 12.2
Kutaa darbe keessatti sababoota erga Islaama qabatanii booda duubatti nama deebisan keessaa tokko godaansa dhiisu akka ta’e ilaalle jirra.
Itti Haa Fufnu%PDF-1.7 1 0 obj << /Type /Catalog /Outlines 2 0 R /Pages 3 0 R >> endobj 2 0 obj << /Type /Outlines /Count 0 >> endobj 3 0 obj << /Type /Pages /Kids [6 0 R ] /Count 1 /Resources << /ProcSet 4 0 R /Font << /F1 8 0 R /F2 9 0 R /F3 10 0 R >> /ExtGState << /GS1 15 0 R /GS2 16 0 R /GS3 17 0 R /GS4 18 0 R >> >> /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] >> endobj 4 0 obj [/PDF /Text ] endobj 5 0 obj << /Producer ( d o m p d f 1 . 0 . 2 + C P D F) /CreationDate (D:20240706051808+00'00') /ModDate (D:20240706051808+00'00') >> endobj 6 0 obj << /Type /Page /MediaBox [0.000 0.000 595.280 841.890] /Parent 3 0 R /Annots [ 11 0 R 13 0 R ] /Contents 7 0 R >> endobj 7 0 obj << /Filter /FlateDecode /Length 988 >> stream xVr6}Wc2c!f:vXN'Ҥ$H"XĨg )ݳgy<>f ~оDR0ǰ'8YaqAX)5//Y |\NxI/Gq>slT~a1?!Vkܣ 6Fg vRPQpEncpWr#o[U6 %%(a}^ IɮqcЂ>2-Q }ee "aꜹEeiK9gy](_>pֈ+ȩrTLZ UcF)1҄7L+(a!wh3'LD&,]#/JXM史(q Q;\F>Fr8nz { }j{!#ZH8 [!<'R5ݰIޝ'ܑ:xRg. :p! %%!β܇'Y4ԖrClU*鴒m#kMn@,veAV҄U`4HW}D`5R|.pcS5?Rk̔HsDD\RmK̤T 289+ȥ9;_yj}- l0 ČeOh7XʣޗM0Nw {Yd$`&UNKb$QXx>2t6ͦ\."bf0/$<9AbMDk#ut1K|A1hُc(zGGاH,b.I8t}Ꮍ|?FƂ(,ǓqtK鸅<aFiywKg1gBF0|&IumWaWW%]dҭ]F{Hq`]%-q)S'8 P;={6~A- endstream endobj 8 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F1 /BaseFont /Times-Roman /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 9 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F2 /BaseFont /Times-Bold /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 10 0 obj << /Type /Font /Subtype /Type1 /Name /F3 /BaseFont /Helvetica /Encoding /WinAnsiEncoding >> endobj 11 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 12 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 35.0000 488.3083 198.1500 501.1783 ] >> endobj 12 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (http://sammubani.com/wp-content/uploads/2019/06/Barzakha-fi-Guyyaa-Qiyaamaa.pdf) >> endobj 13 0 obj << /Type /Annot /Subtype /Link /A 14 0 R /Border [0 0 0] /H /I /Rect [ 198.1500 488.3083 252.3080 501.1783 ] >> endobj 14 0 obj << /Type /Action /S /URI /URI (http://sammubani.com/wp-content/uploads/2019/06/Barzakha-fi-Guyyaa-Qiyaamaa.pdf) >> endobj 15 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 0.3 >> endobj 16 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 0.3 >> endobj 17 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /CA 1 >> endobj 18 0 obj << /Type /ExtGState /BM /Normal /ca 1 >> endobj xref 0 19 0000000000 65535 f 0000000009 00000 n 0000000074 00000 n 0000000120 00000 n 0000000361 00000 n 0000000390 00000 n 0000000539 00000 n 0000000668 00000 n 0000001728 00000 n 0000001837 00000 n 0000001945 00000 n 0000002053 00000 n 0000002180 00000 n 0000002311 00000 n 0000002439 00000 n 0000002570 00000 n 0000002629 00000 n 0000002688 00000 n 0000002745 00000 n trailer << /Size 19 /Root 1 0 R /Info 5 0 R /ID[<59eb9c6dc42326f00a1818cf0e29394f><59eb9c6dc42326f00a1818cf0e29394f>] >> startxref 2802 %%EOF
In sha Allah Ilma namaa daandii qajeelumma,gammachuu fi milkaa'innaa itti akeekudha.
Kutaa darbe keessatti sababoota erga Islaama qabatanii booda duubatti nama deebisan keessaa tokko godaansa dhiisu akka ta’e ilaalle jirra.
Itti Haa FufnuKutaa darbe keessatti sababoota Islaama erga qabatanii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan ilaalle jirra. Ammas ittii aansun kutaa itti aanu ni ilaalla:
Itti Fufu barbaadduu?Kutaa darbee keessatti Rabbiin ala wanta biraatiif sujuudun shirkii akka ta’e mirkaneessinee jirra. Garuu shari’aa Nabii Muhammaditiin (SAW) dura namoonni nama biraatiif sujuuda akka turan ni beekkama. Kuni akkamitti ilaallama jedhee namni gaafachu danda’a. Barreefamni gabaabdun armaan gadi kana ifa gooti.
Itti Haa FufnuKutaalee darban keessatti sababoota Islaama erga qabatanii booda duubatti akka deebi’an nama taasisan ilaalle jirra. Har’as itti fufuun kutaa itti aanu ni ilaalla.
Itti Haa FufnuKutaalee darban keessatti Rabbiin ala wanta biraatiif silati seenuu fi qalma qaluun (wareegun) shirkii akka ta’e ilaalle jirra. Har’as itti fufuun Rabbiin ala wanta biraatiif sujuudu fi ruku’a bu’uun (mataan gadi jechuun) shirkii akka ta’e ni ilaalla. Isin qophiidhaa?
Read moresammubani.com irraa barruulee haala PDF’tiin buusuf gara jalaatti, mallatto Print, PDF fi E-mail qabu tuqaa. Ergasii mataa gubbaa gara bitaatti mallattoo PDF tuqaa. San booda Download PDF bakka jedhu tuquun buufadhaa.
Ji’oota muraasan dura dubbiiwwan iimaana diigan ilaalle jirra. Hojiwwan iimaana diiganiis ilaalu jalqabnee osoo hin xumurin jidduun dhiifne. Amma bakka itti dhaabne irraa jalqabuun adeemsa keenya itti fufna. In sha Allah, barruulee kanniin haala kitaabatin walitti qabuun guyyaa tokko mana kitaabaa keessatti akka argannu ni abdanna.
Itti Haa FufnuAssalamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuh hordoftoota sammubani.com Guyyaa baay’eef addaan fagaanne turre. Sababa adda addaa irraa kan ka’e akka duraanii guyyaa guyyaan wal arguu hin dandeenye. Kutaa darbe irraa itti fufuun erga fooyya’anii booda sababoota duubatti akka deebi’an nama taasisan ni ilaalla:
Itti Haa FufnuSuuratu Al-Buruuj yommuu qaraanu seenaa tokko dhagayuun keenya hin oolu. Seenaa kana keessatti waa baay’ee hubanna. Isaan keessaa: 1)-Moottonni abbaa irraa akka gooftaatti of ilaalun namoonni akka isaan gabbaran (waaqefatan) barbaadu. Nama isaan hin gabbarre adabbii hamaa gara-jabeenyaan guuttame adabu. 2)-Shoora mucaan xiqqaan taphate. Mucaan xiqqaan kuni mootii kana gabbaruu diduun aango isaa ni sochoose. 3)- Rakkoon garmalee isaanitti haa baay’atuyyu malee mu’mintoonni iimaana isaanii irratti gadi dhaabbata. Magaazidhaan yommuu baqaqfaman, ibiddatti yommuu darbaman Islaama irraa duubatti hin deebine. Kuni hundi Islaama irratti gadi dhaabbachuuf fakkeenya guddaa namaaf ta’a. Mee seenaa warra boollaa haa ilaallu:
Read moreKutaa darbe keessatti biifota Qormaata nabiyyootaa fi saalihoota garii irra gahu ilaalle jirra. Qormaanni hanga fedhe baay’atus Islaama irraa duubatti isaan hin deebisne. Har’as itti fufuun bifa qormaataa nama Islaama qabate irra gahu ni ilaalla. Tarii kuni Islaama akka qabannuuf jajjabeenna nuuf ta’a.
Itti Haa fufnu